loading...

 About us

ENGLISH: Welcome to the city! To our website page.

We are Gadaa Hunde and Manette Ingenegeren; we started this business with the intention to make Oromo people happy by selling nice and useful things that have a connection with Oromiyaa. We want people to enjoy it and what we really like is when we get feedback to improve this website. The material (Meeshaalee) we sell is partly designed and produced by ourselves. http://www.meeshaa.nl

Afaan Oromoo:Baga nagaan dhuftan! Gara fuula marsariitikeenyatti.

Nuti Gadaa Hundee fi Manette Ingenegeren; daldala kana kan jalqabne wantoota mimmiidhagoo fi faayidaa qaban kan Oromiyaa waliin walitti dhufeenya qaban gurguruun ummata Oromoo gammachiisuuf yaadameeti. Namoonni akka itti gammadan barbaanna wanti nuti baay’ee jaallannu yeroo yaada argannu marsariitii kana fooyyessuuf. Meeshaan (Meeshaalee) nuti gurgurru gartokkoon isaa ofuma keenyaan dizaayinii fi oomishnedha. http://www.meeshaa.nl Afaan Oromoo

Dutch:Welkom in de stad! Naar onze website pagina.

Wij zijn Gadaa Hunde en Manette Ingenegeren; we zijn dit bedrijf begonnen met de bedoeling om Oromo-mensen blij te maken door leuke en nuttige dingen te verkopen die een connectie hebben met Oromiyaa. We willen dat mensen ervan genieten en wat we echt leuk vinden, is wanneer we feedback krijgen om deze website te verbeteren. Het materiaal (Meeshaalee) dat wij verkopen is deels door onszelf ontworpen en geproduceerd. http://www.meeshaa.nl