Uffata Dubartii 2ffaan

300,00

Clear
Compare
SKU: M011053 Categories: ,

Description

Mana Gurgurta Huccuu Aadaa Oromoo ,

Waan gaariidha .garuu Adaan Oromoo fi Seenaan Oromoo Gurgurta qofa ta’e kan Anaan nagaddisiisu .akkan yaadutti wanti haaran tokko gaafa uumamu akka laayyootti miti bu’aa ba’ii meeqa qaba .

Kana warra waa uumtanii fi Daldaltooti nii beektu. Eegaa an Aadaa fi seenaa Oromo irrattin haasa’a jira . Aadaan keenya, Huccuun keenya, Afaan keenya hundi bareedadha. Garuu seenaa keenya tokkoon tokkon keenya nii beekna.

Warri Aadaa Oromoo kabajjanii fi guddiftan kabajamaa, walumaan guddaadha.

Hub.. wanti akkasii kun biyya keessa jiraate,,gaafa biyya alaa deemu gatii isaa samiin gahuu dhiisa .akkasuma warri alaa gara biyya keessa geessitanis,kun Aadaa ofii guddisuu osoo hin taane gaadeebisuu ta’a.

Galatooma

Horaa Bulaa

Aadaan keenya

Eenyummaa keenya.✔✔✔✔✔✔✔✔

Reviews

There are no reviews yet.

Only logged in customers who have purchased this product may leave a review.